Miiljalee
c Seenaa soomii guyyaa 40 ilaalchisee Kitaabni New Catholic Encyclopedia jedhamu akkana jedheera: “Jaarraawwan jalqabaa sadanitti soomiin ayyaana Duʼaa Kaʼuutiif qophaaʼuuf soomamu yoo baayʼate torban tokko hin caalu; yeroo baayʼee guyyaa tokko ykn lama qofa ture. . . . Soomiin guyyaa 40 yeroo jalqabaatiif kan caqasame dambii shanaffaa Walgaʼii Niiqiyaa (325) irratti siʼa taʼu, hayyoonni tokko tokko garuu achi irratti kan caqasame soomii kana taʼuu isaa irratti walii hin galan.”—Maxxansa Lammaffaa, Jildii 8, fuula 468.