Miiljalee
a Bakki afuraffaan itti argamu akka Kitaaba Qulqulluu Afaan Ingiliffaa King James Version jedhamuutti Mulʼata 1:11 dha. Haa taʼu malee yaanni kun barreeffamoota Afaan Giriikii bara durii harkaan garagalfaman irra waan hin jirreef, Kitaabonni Qulqulluu ammayyaa hedduun yaada kana hiikkaa isaanii keessaa baasaniiru; maqaan kun kan itti dabalame barreeffamoota yeroo booda qophaaʼan keessatti akka taʼe ifa dha.