Miiljalee
b Kanaan kan kaʼes, barreeffamoota dubbisuu fi barreessuu barachuuf gargaaran koppii miliyoona 11 ol taʼan qopheessineerra; birooshurri Dubbisuufi Barreessuu Barachuuf Carraaqqii Godhi jedhamu isaan kana keessaa tokko dha. Addunyaa maratti qooqa 120n barumsa buʼuuraa barsiisna. Bara 2003 hanga 2017tti namoonni gara 70,000 taʼan dubbisuu fi barreessuu akka dandaʼan gargaarreerra.