Miiljalee
a Kana ilaalchisee barreeffamni Kitaaba Qulqulluu irratti ibsa kennu tokko akkana jedheera: “Tarii [Abbaa manaa Maariyaam kan taʼe] Yoseef yeroo dheeraa dura waan duʼeef, ilmi ishii Yesuus ishii gargaaraa ture; inni immoo amma duʼuuf jedha; maarree sana booda akkam taati laata? . . . Kiristoos as irratti ijoolleen warra isaanii dullooman gargaaruu akka qaban barsiiseera.”—The NIV Matthew Henry Commentary in One Volume, fuula 428-429.