Miiljalee
a Kana jechuun garuu, seenaawwan yaadaan uumaman hundi gocha hafuurota hamoo babalʼisu jechuu miti. Haa taʼu malee, Kiristiyaanonni gocha ykn bashannana hafuurota hamoo wajjin wal qabatan irraa fagaachuuf qalbii isaanii isa Kitaaba Qulqulluudhaan leenjiʼetti fayyadamu.—2 Qorontos 6:17; Ibroota 5:14.