Miiljalee
a Kitaabni Qulqulluun Ingiliffaa HCSB Study Bible jedhamuu fi qoʼannaadhaaf qophaaʼe, jecha kana ilaalchisee akkana jedha: ‘Jechi Afaan Giriikii baaraa jedhuu fi “uumuu” jedhamee hiikame, akka matimaatti hima keessa yeroo galu hundatti wanta namoonni raawwatan wajjin karaa wal qabateen itti hojjetamee hin beeku. Kanaafuu, gochimni baaraa jedhu wantoota Waaqayyo qofti raawwatu kan argisiisu dha.’— Fuula 7.