Miiljalee
c Barreeffamni The Expositor’s Bible Commentary jedhamuu fi Kitaaba Qulqulluu irratti ibsa kennu, jechi Afaan Ibrootaa “jalqabatti” jedhamee hiikame yeroo hammamii akka taʼe ilaalchisee yaada yeroo kennu, “Jechi kun waaʼee dheerina yerichaa waan jedhu hin qabu” jedheera.—Hiika Fooyyeffame, Jildii I, fuula 51.