Miiljalee
a Maqaan Waaqayyoo Kitaabota Qulqulluu durii harkaan barreeffaman irratti gara siʼa 7,000 argama. Afaan Ibrootaatiin maqaan Waaqayyoo qubeewwan arfan Teetiraagiraamaatan jedhamaniin argama. Maqaan kun Afaan Ingiliffaatiin “Jihoovaa” kan jedhamuun beekama; hayyoonni tokko tokko garuu hiika “Yaahwee” jedhu filatu.