Miiljalee
b Hayyuun Jeesan Deeviid Beeduun jedhamu akka jedhetti, addeessaan murtaaʼe bakka jechi “Waaqayyo” jedhu jiru lamaan keessaa tokko qofa irratti galuun isaa “Afaan Ingiliffaatiin jechi ‘waaqayyo’ jedhu isa ‘Waaqayyo’ jedhu irraa adda akka taʼe argisiisa.” Itti dabalees akkas jedheera: “Dubbichi Yohaannis 1:1 irratti ibsame, Waaqayyo isa tokkicha miti, kanaa mannaa, waaqayyo ykn amala akka Waaqayyoo kan qabu dha.”—Truth in Translation: Accuracy and Bias in English Translations of the New Testament, fuula 115, 122 fi 123.