Miiljalee
a Wanta JW Library irratti baʼu qarshii xinnoodhaan buufachuun ni dandaʼama. Fakkeenyaaf, bara darbe viidiyoo fi wantoota biroo weebsaayitii jw.org fi JW Library irraa daawunloodii godhaman qopheessuuf doolaara Ameerikaa miliyoona 1.5 (tilmaamaan qarshii 67,366,800) baasii gooneerra. Taʼus, baasiin barreeffamoota dijitaalaa fi waraabaman qopheessuuf baasnu, isa barreeffamoota, CDii fi DVD qopheessuu, akkasumas geejjibaaf baasnu irra baayʼee gad aanaa dha.