LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Torbee Kana
Muddee 30, 2024-Amajjii 5, 2025
Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa—2024 | Sadaasa

MUDDEE 30, 2024-AMAJJII 5, 2025

FAARFANNAA 120-126

Faarfannaa 144 fi Kadhannaa | Yaada Seensaa (Daq. 1)

BEEKUMSA DUBBII WAAQAYYOO IRRAA ARGAMU

Israaʼeloota gammachuudhaan qamadii hedduu haamaa jiran.

Israaʼeloonni boojuudhaan deebiʼan Yihowaan hojii dhimmanii hojjetan waan isaaniif eebbiseef gammachuudhaan qamadii haamaa jiru.

1. Imimmaaniin Kan Facaasan Taʼus, Ililleedhaan Haammataniiru

(Daq. 10)

Israaʼeloonni waaqeffannaa qulqulluu akka hundeessaniif boojuu Baabiloon jalaa yeroo bilisa baʼanitti gammadanii turan (Fr 126:1-3)

Warri Yihudaatti deebiʼan hojii guddaa hojjechuun waan isaanirraa eegamuuf booʼanii taʼuu dandaʼa (Fr 126:5; w04-AM 6/1 16 key. 10)

Israaʼeloonni kun cimanii waan itti fufaniif eebba argataniiru (Fr 126:6; w21.11 24 key. 17; w01-AM 7/15 18-19 key. 13-14; qola isaarra jiru ilaali)

Israaʼeloonni lafasaanii misoomsuuf jabaatanii hojjetaa jiru. Namni tokko sanyii facaasaa jira, inni tokkommoo qotaa jira.

KANA IRRATTI XIINXALI: Yeroo Armaagedoonitti addunyaa moofaa kanarraa erga oollee booda, yeroo wanta hundumaa deebinee argannutti rakkoowwan akkamii nu mudachuu dandaʼu? Eebbawwan akkamii argachuu dandeenya?

2. Dubbii Waaqayyoo Gad Fageenyaan Qoruu

(Daq. 10)

  • Fr 124:2-5—Yihowaan akkuma saba Israaʼeliin eege karaa qaamaa nu eega jennee yaaduun keenya sirriidhaa? (cl 86 key. 15)

  • Dubbisa Kitaaba Qulqulluu torban kanaa keessaa barumsa akkamii argatte?

3. Dubbisa Kitaaba Qulqulluu

(Daq. 4) Fr 124:1–126:6 (th barumsa 5)

TAJAAJILAAF OF QOPHEESSI

4. Marii Jalqabuu

(Daq. 3) LALLABA ADABAABAYII. (lmd barumsa 3 qabxii 5)

5. Hordofii Gargaari

(Daq. 4) MANAA GARA MANAA. Yeroo duraan mariʼattanitti namni sun Kitaabni Qulqulluun dhugaa taʼuu isaa irratti shakkii akka qabu ibsee ture. (lmd barumsa 9 qabxii 5)

6. Barattoota Gochuu

(Daq. 5) lff barumsa 16 seensaa fi qabxii 1-3 (lmd barumsa 11 qabxii 3)

AKKA KIRISTIYAANA TOKKOOTTI JIRAACHUU

Faarfannaa 155

7. Waadaa Waaqayyo Galetti Gammadaa

(Daq. 15) Mareedhaan kan dhihaatu.

Yihowaan waadaa saba isaa boojuudhaan Baabiloon keessa turaniif gale raawwateera. Isaan oolcheera, karaa hafuuraas isaan fayyiseera. (Isa 33:24) Leencotaa fi bineensota kan biroo yeroo isaan achi hin turretti biyyattii keessatti baayʼatan irraa isaaniinis taʼe horiiwwan isaanii akka eege hin shakkisiisu. (Isa 65:25) Mana isaanii keessa jiraachuu fi firiiwwan wayinii isaanii nyaachuudhaan gammaduu dandaʼu turan. (Isa 65:21) Waaqayyo hojii isaanii isaaniif eebbiseera; umurii dheeraas jiraataniiru.—Isa 65:22, 23.

Viidiyoo, “Waadaawwan Waaqayyo Nagaa Kennuuf Galetti Gammadaa” jedhamurraa kutamee kan fudhatame. Fakkii: 1. Obboloonnii fi obboleettonni waliin bashannanaa jiru. 2. Gaarreenii fi bosona qilleensa irraa asii gad yommuu ilaalaman. 3. Daaniʼel inni duʼaa kaafame bosona keessa yommuu deemu. 4. Hiriyoonni gaaʼelaa tokko intalasaanii duʼaa kaate hammachaa jiru. 5. Kuduraa fi muduraa saaniirra kaaʼamee jiru. 6. Fincaaʼaa.

Fincaaʼaa: Maridav/stock.adobe.com; mountains: AndreyArmyagov/stock.adobe.com

VIIDIYOO—Waadaawwan Waaqayyo Nagaa Kennuuf Galetti Gammadaa—gabaabfamee kan fudhatame jedhu erga taphachiistee booda gaaffiiwwan armaan gadii irratti mariʼadhaa.

  • Raajiiwwan kun yeroo harʼaatti raawwatamaa kan jiran akkamitti?

  • Addunyaa haaraa keessatti kallattiidhaan kan raawwataman akkamitti?

  • Isaan keessaa isa kamiin caalaatti arguuf hawwita?

8. Qoʼannaa Kitaaba Qulqulluu Gumii

(Daq. 30) bt boq 20 key. 8-12, saanduqa ful. 183

Yaada Xumuraa (Daq. 3) | Faarfannaa 58 fi Kadhannaa

Baafata Mata Duree
Masaraa Eegumsaa (Maxxansa Qayyabannaa)—2024 | Onkoloolessa

Mata Duree Qoʼannaa 43: Muddee 30, 2024–Amajjii 5, 2025

24 Shakkii Kee Balleessuu kan Dandeessu Akkamitti?

Dubbisa Dabalataa

Maxxansa kana keessatti matadureewwan kan biroo

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi