LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Torbee Kana
Amajjii 13-19
Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa—2025 | Amajjii

AMAJJII 13-19

FAARFANNAA 135-137

Faarfannaa 2 fi Kadhannaa | Yaada Seensaa (Daq. 1)

QABEENYA DUBBII WAAQAYYOO KEESSA JIRU

Museen harka isaa diriirsee Galaana Diimaa bakka lamatti hiraa jira. Israaʼelonni, akkasumas namoonni hedduun Israaʼeloota hin taanee fi isaanii wajjin baʼan dinqisiifannaadhaan ilaalaa jiru.

1. “Gooftaan Keenya Waaqolii Kaan Hundumaa Caalaa Guddaa[dha]”

(Daq. 10)

Yihowaan uumamawwan hundumaarratti aangoo akka qabu argisiiseera (Fr 135:5, 6; it-2-E 661 key. 4-5)

Yihowaan saba isaa ni oolcha (Bau 14:29-31; Fr 135:14)

Yihowaan yeroo abdii kutannu nu gargaara (Fr. 136:23; w21.11 6 key. 16)

2. Albuuda Hafuuraa

(Daq. 10)

  • Fr 135:1, 5—Maqaa gabaabaan “Yaah” jedhu Kitaaba Qulqulluu keessatti siʼa hedduu kan itti hojjetame maaliifi? (it-1-E 1248)

  • Dubbisa Kitaaba Qulqulluu torban kanaa keessaa barumsa akkamii argatte?

3. Dubbisa Kitaaba Qulqulluu

(Daq. 4) Fr 135:1-21 (th qoʼannaa 11)

TAJAAJILAAF OF QOPHEESSI

4. Marii Jalqabuu

(Daq. 3) KARAA ALIDILEE TAʼEEN DHUGAA BAʼUU. Nama fedhii qabu tokkoo wajjin teessoo wal jijjiiraa. (lmd barumsa 2 qabxii 4)

5. Hordofii Gargaari

(Daq. 4) MANAA GARA MANAA. Namni haasofsiiste walgaʼiirratti akka argamu affeeri. (lmd barumsa 9 qabxii 4)

6. Wanta Itti Amantu Ibsi

(Daq. 5) Hojiin argisiisa. ijwfq 7—Mata duree: Dhugaa Baatonni Yihowaa Kiristiyaanotadhaa? (th qoʼannaa 12)

AKKA KIRISTIYAANA TOKKOOTTI JIRAACHUU

Faarfannaa 10

7. Akka Gumichaaf Barbaachisutti Itti Fayyadamaa

(Daq. 15)

8. Qoʼannaa Kitaaba Qulqulluu Gumii

(Daq. 30) bt boq. 21 key. 1-7, saanduqa ful. 190rra jiru

Yaada Xumuraa (Daq. 3) | Faarfannaa 90 fi Kadhannaa

Baafata Mata Duree
Masaraa Eegumsaa (Maxxansa Qayyabannaa)—2024 | Sadaasa

Mata Duree Qoʼannaa 45: Amajjii 13-19, 2025

8 Dubbii Namoonni Amanamoon Dhumarratti Dubbatanirraa Maal Baranna?

Dubbisa Dabalataa

Maxxansa kana keessatti matadureewwan kan biroo

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi