-
Kutaa 1Waaqayyoon Dhaggeeffadhu!
-
-
Kutaa 1
Waaqayyo Macaafa Qulqulluutti fayyadamee nutti dubbata. 2 Ximotewos 3:16
Namoonni bakka hundaatti argaman Waaqayyoon dhaggeeffachaa jiru. Maatewos 28:19
-
-
Kutaa 2Waaqayyoon Dhaggeeffadhu!
-
-
Kutaa 2
Yihowaan wantoota samii keessa jiraniifi . . . lafarra jiran hunda uumeera. Faarfannaa 83:18, NW; Mulʼata 4:11
-
-
Kutaa 3Waaqayyoon Dhaggeeffadhu!
-
-
Kutaa 3
Yihowaan Addaamiifi Hewwaaniif wantoota gaggaarii hedduu kenneera. Uumama 1:28
Waaqayyo ija mukeetii keessaa isa tokko akka hin nyaanne isaan dhowwee ture. Uumama 2:16, 17
-
-
Kutaa 4Waaqayyoon Dhaggeeffadhu!
-
-
Kutaa 4
Addaamiifi Hewwaan Waaqayyoof waan hin abboomamneef duʼaniiru. Uumama 3:6, 23
Namoonni duʼan biyyoo taʼu. Uumama 3:19
-
-
Kutaa 5Waaqayyoon Dhaggeeffadhu!
-
-
Kutaa 5
Namoonni bara Nohi hedduun waan gadhee hojjetu turan. Uumama 6:5
Nohi Waaqayyoon dhaggeeffachuudhaan markaba hojjeteera. Uumama 6:13, 14, 18, 19, 22
-
-
Kutaa 6Waaqayyoon Dhaggeeffadhu!
-
-
Kutaa 6
Waaqayyo namoota hamoo balleessee, Nohiifi maatiisaa oolcheera. Uumama 7:11, 12, 23
Gara fuulduraattis Waaqayyo namoota hamoo balleessee, namoota gaarii ni oolcha. Maatewos 24:37-39
-
-
Kutaa 7Waaqayyoon Dhaggeeffadhu!
-
-
Kutaa 7
Yihowaan Yesusiin gara lafaatti ergeera. 1 Yohannis 4:9
Yesus waan gaarii kan raawwate taʼus jibbameera. 1 Phexros 2:21-24
-
-
Kutaa 8Waaqayyoon Dhaggeeffadhu!
-
-
Kutaa 8
Yesus jireenya akka argannuuf nuu duʼeera. Yohannis 3:16
Waaqayyo Yesusiin duʼaa kaasee, Mootii Mootummaa Waaqayyoo isa godheera. Daani’el 7:13, 14
-
-
Kutaa 9Waaqayyoon Dhaggeeffadhu!
-
-
Kutaa 9
Rakkinni lafarraa, Mootummaan Waaqayyoo dhihootti tarkaanfii akka fudhatu argisiisa. Luqaas 21:10, 11; 2 Ximotewos 3:1-5
Mootummichi, hammeenya hunda ni balleessa. 2 Phexros 3:13
-
-
Kutaa 10Waaqayyoon Dhaggeeffadhu!
-
-
Kutaa 10
Namoota duʼan keessaa garri caalaan duʼaa kaʼanii lafarra jiraatu. Hojii Ergamootaa 24:15
Mootummaan Waaqayyoo dhiphina hunda ni balleessa. Mulʼata 21:3, 4
-
-
Kutaa 11Waaqayyoon Dhaggeeffadhu!
-
-
Kutaa 11
Waaqayyo kadhannaa keenya ni dhagaʼa. 1 Phexros 3:12
Waaʼee wantoota hedduu kadhachuu dandeenya. 1 Yohannis 5:14
-
-
Kutaa 12Waaqayyoon Dhaggeeffadhu!
-
-
Kutaa 12
Jaalalli maatiin gammachuu akka qabaatu godha. Efesoon 5:33
Garraamiifi amanamaa taʼi malee, hamaafi gantuu hin taʼin. Qolosaayis 3:5, 8-10
-
-
Kutaa 13Waaqayyoon Dhaggeeffadhu!
-
-
Kutaa 13
Wanta gadhee raawwachuurraa fagaadhu. 1 Qorontos 6:9, 10
Wanta gaarii taʼe raawwadhu. Maatewos 7:12
-
-
Kutaa 14Waaqayyoon Dhaggeeffadhu!
-
-
Kutaa 14
Waaqayyo cinaa dhaabadhu. 1 Phexros 5:6-9
Waaqayyoon dhaggeeffachuudhaan filannoo sirrii godhi. Maatewos 7:24, 25
-