LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • “Attamittan Hammina Guddaa Akkasii Hojjedha?”
    Masaraa Eegumsaa—2015 | Amajjii 1
    • Dargaggeessi kun abdii kutachuu mannaa hojii isaaf kenname hamma dandaʼe akka gaariitti hojjechuu jalqabe. Kana gochuudhaan Yihowaan akka isa eebbisu karaa kan bane siʼa taʼu, utuu baayʼee hin turin gooftaa isaa biratti fudhatama argateera. Phoxiifaar, hojjetaan isaa inni dargaggeessi kun eebba Yihowaa isa Waaqa saba Yoseef taʼee akka argate hubateera; eebbi kun immoo mana namicha Gibxii kanaaf badhaadhummaa dabalataa akka argamsiise hin shakkisiisu. Yoseef suutuma suutaan gooftaa isaa biratti maqaa gaarii argachuu isaatiin kan kaʼe, Phoxiifaar wanta mana isaa keessa jiru hunda dargaggeessa gaʼumsa qabu kanatti imaanaa kenne.—Uumama 39:3-6.

  • “Attamittan Hammina Guddaa Akkasii Hojjedha?”
    Masaraa Eegumsaa—2015 | Amajjii 1
    • Yoseef yeroo booda guddatee gaʼeessa taʼe. Dargaggeessi kun, ‘dhaabbii kan toluu fi ija namaatti kan miidhagu’ taʼe. Bareedinni uumamaa yeroo baayʼee xiyyeeffannaa hin barbaachisnee fi sirrii hin taane waan harkisuuf, yaadni kun haalli rakkisaan uumamuu akka dandaʼu kan argisiisu dha.

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi