-
Kitaabni Qulqulluun Jireenyaa fi Duʼa Ilaalchisee Maal Jedha?Masaraa Eegumsaa (Sabaa)—2017 | Lakk. 4
-
-
KITAABNI QULQULLUUN ISA DABE QAJEELCHA
Seenaan uumama ilaalchisee kitaaba Seera Uumamaa keessatti argamu akkana jedha: “Waaqayyo gooftaan biyyoo lafaattii nama tolchee, hafuura jireenya itti godhu funyaan isaatti in baafate; akkasitti namni [“jireenyi kan keessa jiru lubbuu taʼe,” hiika bara 1899].” Ibsi ‘namni jireenyi kan keessa jiru’ jedhu, jecha Afaan Ibrootaa nafeesh jedhamu irraa kan hiikame siʼa taʼu, kallattiidhaan “uumama hafuura baafatu” jechuu dha.—Uumama 2:7.
Kanaaf, Kitaabni Qulqulluun ilmaan namootaa lubbuu hin duunee qabaatanii akka hin uumamne ifatti dubbata. Kanaa mannaa tokkoon tokkoon namaa ‘jireenyi kan keessa jiru lubbuu akka taʼe’ ibsa. Kitaaba Qulqulluu keessaa hangam iyyuu yoo barbaadde, caqasa “lubbuun hin duutu” jedhu argachuu kan hin dandeenye kanaafi.
-
-
Kitaabni Qulqulluun Jireenyaa fi Duʼa Ilaalchisee Maal Jedha?Masaraa Eegumsaa (Sabaa)—2017 | Lakk. 4
-
-
Kitaaba Qulqulluu keessaa caqasa yaada “lubbuun hin duune jirti” jedhu qabu argachuu hin dandeessu
-