LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Raajiin Maali?
    Deebii Gaaffii Kitaaba Qulqulluu
      • Maleekotatti fayyadamee dubbachuudhaan. Fakkeenyaaf, Waaqayyo maleekaa tokkotti fayyadamee, wanta Museen Faraʼoon isa mootii Gibxii turetti dubbatu qajeelfama isaaf kenneera. (Baʼuu 3:​2-4, 10) Yeroo ergaa tokko kallattiidhaan dabarsuun barbaachisaa taʼutti, Waaqayyo maleekotatti fayyadama ture; ergaa armaan gadii Museetti yeroo dubbatettis akkana godheera: “Dubbii ani sii fi saba Israaʼelii wajjin ittiin kakuutti gale kana akkuma inni jirutti caaffadhu!”​—Baʼuu 34:27.a

  • Raajiin Maali?
    Deebii Gaaffii Kitaaba Qulqulluu
    • a Yeroo kanatti Waaqayyo kallattiidhaan Museetti kan dubbate fakkaatus, Kitaabni Qulqulluun, Waaqayyo kakuu Seera Musee kan kenne maleekotatti fayyadamee akka ture dubbata.​—Hojii Ergamootaa 7:​53; Galaatiyaa 3:​19.

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi