-
Kitaabni Qulqulluun Ulfa Baasuu Ilaalchisee Maal Jedha?Deebii Gaaffii Kitaaba Qulqulluu
-
-
Seerri Waaqayyo Israaʼelootaaf kenne akkana jedha: “Namoonni utuu wal lolanii dubartii dadhabbii qabdutti buʼanii ulfa yoo ishee irraa baasan, yoo isheen duʼa oolte iyyuu, namichi ishee miidhe sun gatii haa baasu! Namichi hamma abbaan manaa ishee isatti muru abboonni firdii erga ilaalanii baasa. Miidhamni biraa yoo irra gaʼe immoo qooda lubbuu lubbuu [kaffaluu qabda].”—Baʼuu 21:22, 23.a
-
-
Kitaabni Qulqulluun Ulfa Baasuu Ilaalchisee Maal Jedha?Deebii Gaaffii Kitaaba Qulqulluu
-
-
a Hiikawwan tokko tokko seera Israaʼelootaaf kenname keessatti xiyyeeffannaa guddaa kan kennan, wanta mucaa gadameessa keessa jiru irra gaʼe irratti utuu hin taʼin, miidhaa haadha irra gaʼe irratti dha. Haa taʼu malee, Kitaabni Qulqulluun Afaan Ibrootaa miidhaa haadha irras taʼe mucaa gadameessa keessa jiru irra gaʼe ibsa.
-