LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • “Yihowaa Faarfadhaa”!
    Fakkeenya Amantii Isaanii Hordofaa
    • Miiryaam hoo Siiforaan dhufuu ishiitti gammaddee turtee? Yeroo jalqabaa gammaddee taʼuu dandaʼa. Yeroo booda garuu kooraan kan mooʼamte fakkaata. Sabicha keessatti dubartii hunda caalaa beekamtuu taʼuun koo Siiforaadhaan ana jalaa fudhatama jettee sodaachuu hin ooltu. Sanas taʼe kana, Miiryaamii fi Aaron oduu gadhee odeessuu jalqaban. Oduun akkasii sun, akkuma yeroo baayʼee taʼu, hadhaaʼaa taʼaa deeme. Yeroo jalqabaa, haasaan isaanii Siiforaa irratti kan xiyyeeffate ture; ishiin nama Israaʼel oddoo hin taʼin nama Kuusha taʼuu ishiitiin gunguman. Haa taʼu malee, utuu baayʼee hin turin Musee irratti gungumuu jalqaban. Miiryaamii fi Aaron, “Waaqayyo Museedhuma duwwaatti dubbatee? Nuttis immoo dubbateera mitii?” jechuudhaan gunguman—Lakkoobsa 12:1, 2.

  • “Yihowaa Faarfadhaa”!
    Fakkeenya Amantii Isaanii Hordofaa
    • a Siiforaadhaan haala wal qabateen, gaaleen “intala warra Kuush” jedhu, akkuma namoota Miidiyaan kan biraa Arabiyaadhaa kan dhufte jechuufi malee, Itoophiyaadhaa kan dhufte jechuuf akka hin taane beekamaa dha.

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi