LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Maatii Bulchuu Kan Dandeessan Akkamitti?
    Maatiin Gammachuu Argachuu Kan Danda’u Akkamitti?
    • 16, 17. (a) Israa’eloota dhukkuboota tokko tokkorraa kan eege seera Yihowaan kenne isa kamidha? (b) Seerri bu’uuraa Keessa Deebii 23:12, 13⁠rratti hundaa’e maatii hundumaa keessatti hojjechuu kan danda’u akkamitti?

      16 Fakkeenya kan biraa ilaalaa. Waggoota gara 3,500 ta’an dura Waaqayyo sabni Israa’el haala waaqeffannaasaaniifi jireenyasaanii qindeessuu akka danda’aniif Seera kenneefii ture. Seerichi qulqullina qaamaa ilaalchisee qajeelfamawwan bu’uura ta’an tokko tokko kennuudhaan, sabicha dhukkubarraa eegeera. Seerawwan kana keessaa tokko, naannoon jireenyaasaanii akka hin faalamnetti bobbaasaanii fageessanii awwaaluu akka qaban kan ajaju ture. (Keessa Deebii 23:12, 13) Seerri dur kenname kun ammayyuu faayidaa qaba. Yeroo har’aattis namoonni seera kana hordofuu dhiisuusaaniitiin dhukkubsachaafi du’aa jiru.a

  • Maatii Bulchuu Kan Dandeessan Akkamitti?
    Maatiin Gammachuu Argachuu Kan Danda’u Akkamitti?
    • a Dhaabbanni Fayyaa Addunyaa, dhukkuba garaa kaasaa daa’imman hedduu ajjeesu ittisuu ilaalchisee gorsa yeroo kennu akkas jedheera: “Manni boolii hin jiru taanaan, manarraafi bakka ijoolleen itti taphatanirraa fagaadhaatii, akkasumas burqaa bishaaniirraa yoo xinnaate meetira 10 fagaattanii ergaa bobbaatanii booda biyyoo itti deebisaa.”

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi