LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • “Lafa Ati Dhaqxu Anis Nan Dhaqa”
    Fakkeenya Amantiisaanii Hordofaa
    • 18 Kanaaf, amma lamaansaanii qofti karaa dheeraa gara Betlihemitti geessu kanarra deemuusaanii itti fufan. Akka maddi tokko tilmaamaan kaaʼetti, karaan kun gara torban tokkoo fudhachuu dandaʼa. Taʼus michummaa cimaan gidduusaanii jiru gaddasaaniirraa hamma tokko jajjabina akka argatan isaan gargaaree taʼuu akka qabu beekamaadha.

  • “Lafa Ati Dhaqxu Anis Nan Dhaqa”
    Fakkeenya Amantiisaanii Hordofaa
    • 21 Dhumarratti dubartoonni kun lamaan mandara Betlihem ishee Yerusaalemirraa gara kibbaatti kiilomeetira 10 fagaattee argamtu gaʼan. Namoonni naannoo sanaa hundi Naaʼomiin deebiʼuushee yommuu dhagaʼan waan wacaniif, Naaʼomiifi maatiinshee mandara xinnoo kana keessatti beekamoo kan turan fakkaata. Dubartoonni bakka sana jiran fajajanii ishee ilaaluudhaan, “Kun Naaʼomii dhaa?” jedhanii gaafatan. Moʼaab keessa turuunshee jijjiirama guddaa isheetti fideera. Haalasaarraa hubachuun akka dandaʼamutti, waggoota hedduudhaaf rakkinniifi gaddi akka isheerra gaʼe fuulaafi qaamasheerraa ni mulʼata ture.—Rut. 1:19.

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi