LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • “Dubartii Baʼeettii”
    Fakkeenya Amantiisaanii Hordofaa
    • 1, 2. (a) Ruut hojii akkamii hojjetti turte? (b) Ruut waaʼee Seera Waaqayyoofi waaʼee sabasaa waan gaarii akkamii baratteetti?

      RUUT tuullaa garbuu guyyaa guutuu walitti qabaa oolte bira jilbeenfattee jirti. Naannoo Betlihemitti aduun dhihaa kan jirtu siʼa taʼu, hojjettoonni hedduun suuta jedhanii gara karra magaalaa xinnoo tabbarra jirtu sanaatti deemaa jiru. Ruut ganamaa kaastee hanga galgalaatti hojjetaa waan oolteef, irreenshee akka butute beekamaadha. Haataʼu malee, midhaan buʼaa oolte sana ulee xinnoodhaan dhaʼuushee itti fufteetti. Hojiinsaa ulfaataa yoo taʼeyyuu, hamma yaadde caalaa isheedhaaf guyyaa gaarii ture.

  • “Dubartii Baʼeettii”
    Fakkeenya Amantiisaanii Hordofaa
    • 5, 6. (a) Ruut guyyaa maasii Boʼaz keessaa qarmii funaannachaa oolte isa jalqabaatti hangam milkaaʼina argattee turte? (b) Naaʼomiin yommuu Ruutiin argitu maal jette?

      5 Ruut midhaan funaanaa oolte walitti qabdee erga dhooftee booda yommuu safartu garbuu eefaa tokko, jechuunis gara liitrii 22 taʼu argatte. Kunis gara kiilogiraama 14 ture. Sana booda, tarii wayyaasheetti naqattee erga hiitee booda baattee dimimmisa keessa gara Betlihem deemte.—Rut. 2:17.

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi