-
Hubannaadhaan Tarkaanfii FudhatteettiFakkeenya Amantiisaanii Hordofaa
-
-
10 Loltoonni ciccimoon kun tiksitoota kana akkamitti qabu turan? Waan nyaataaf isaan barbaachisu argachuuf hoolota sana yeroo yeroodhaan fudhachuu kan dandaʼan taʼus, isaan garuu akkas hin goone. Kanaa mannaa, hoolotaafi hojjettoota Naabaal akka dallaatti eegaa turan. (1 Saamuʼel 25:15, 16 dubbisi.) Hoolonniifi tiksitoonni sun balaa hedduudhaaf saaxilamu turan. Daangaa Israaʼel Kibbaa kanatti bineensonni kan baayʼatan taʼuusaarrayyuu, hattoonniifi saamtonni biyya ormaa yeroo baayʼee balaa geessisu turan.b
-
-
Hubannaadhaan Tarkaanfii FudhatteettiFakkeenya Amantiisaanii Hordofaa
-
-
b Daawit tarii abbootii qabeenyaa naannoo sana jiraniifi horiisaanii eeguun Yihowaa tajaajiluu akka taʼetti yaadee taʼuu dandaʼa. Yeroo sana sanyiin Abrahaam, Yisihaqiifi Yaaqoob iddoo sana jiraachuunsaanii kaayyoo Yihowaa ture. Kanaaf biyya sana weerartootaafi saamtota biyya ormaarraa eeguun Yihowaa tajaajiluu akka taʼetti ilaalama.
-