LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Hubannaadhaan Tarkaanfii Fudhatteetti
    Fakkeenya Amantiisaanii Hordofaa
    • 9, 10. (a) Daawitiifi namoonnisaa haala akkamii keessa jiraachaa turan? (b) Naabaal wanta Daawitiifi namoonnisaa isaaf godhan dinqisiifachuun kan isarra ture maaliifi? (Miiljalee keeyyata 10⁠rra jirus ilaali.)

      9 Naabaal kan jiraatu magaalaa Maaʼon keessa taʼus, naannoo Qarmelosii lafa waan qabuuf iddoo kanatti kan hojjetu fakkaata.a Magaalonni kun gaarreen marga baʼeessa taʼeefi hoolota Naabaal 3,000 taʼan sooruuf gargaaru qaban gidduutti argamu. Haataʼu malee, lafti naannoo biyya kanaa jiru ona ture. Kallattii kibbaatiin lafa onaa Phaaraantu argama. Kallattii bahaatiinimmoo lafa onaa hallayyaadhaan guutameefi hanga Galaana Soogiddaatti dheeratutu argama. Daawitiifi namoonnisaa waan ittiin jiraatan argachuuf iddoo kanatti adamoo adamsuu dabalatee rakkina hedduu dabarsanii akka turan hin shakkisiisu. Dargaggoota hoolota Naabaal isa dureessa taʼe tiksanii wajjin yeroo baayʼee wal argu turan.

  • Hubannaadhaan Tarkaanfii Fudhatteetti
    Fakkeenya Amantiisaanii Hordofaa
    • a Qarmelos inni asirratti caqasame Tulluu Qarmelos isa Eliyaas yeroo booda raajota Baʼaalii wajjin irratti wal falme miti. (Boqonnaa 10 ilaali.) Kanaa mannaa, magaalaa qarqara kallattii kibbaatti argamudha.

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi