LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Yihowaan Dhukkuba Isaa Irraa Isa Fayyiseera
    Fakkeenya Amantii Isaanii Hordofaa
    • Yihowaan namoonni kun aarsaa gatii guddaa qabu akka dhiheessan isaan gaafachuun isaa nama hin dinqisiisu. Qotiyyoo torbaa fi korbeeyyii hoolaa torba aarsaa godhanii dhiheessuu qabu turan, qotiyyoon aarsaa yeroo booda Seera Musee keessatti lubni ol aanaan tokko cubbuu hojjechuudhaan guutummaa sabichaa irratti yakka yommuu fidu dhiheessuu qabu waan taʼeef kun salphaa miti. (Lewwoota 4:3) Kunis Seericha jalatti beeyiladoota aarsaadhaaf dhihaatan keessaa isa gatii guddaa qabu dha. Kana malees, Yihowaan aarsaa namoonni Iyoobiin himatan kun dhiheessan kan fudhatu Iyoob jalqaba yoo isaaniif kadhate qofa akka taʼe dubbateera.d (Iyoob 42:8) Iyoob Waaqa isaatiin himata irraa bilisa taʼuun isaa fi haqni Yihowaa injifachuu isaa yommuu argu garaan isaa hammam akka tasgabbaaʼe tilmaamuu dandeenya!

      “Garbichi koo Iyoob isiniif haa kadhatu!”—Iyoob 42:8

  • Yihowaan Dhukkuba Isaa Irraa Isa Fayyiseera
    Fakkeenya Amantii Isaanii Hordofaa
    • d Iyoob haadha manaa isaatiif aarsaa akkasii akka dhiheessu gaafatamuu isaa wanti argisiisu hin jiru.

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi