LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Jannata
    Dammaqaa!—2013 | Amajjii
    • MACAAFNI QULQULLUUN MAAL JEDHA?

      Macaafni Qulqulluun, “toloonni” ykn qajeelonni Jannata keessa akka jiraatan barsiisa. Haataʼu malee, akka ilaalcha Waaqayyootti qajeelaa kan jedhamu nama akkamiiti? Nama fedha Waaqayyoo utuu hin raawwatin, sirnawwan amantiisaarratti hirmaatu miti. Macaafni Qulqulluun, “Dhugumaan Waaqayyo nama dubbii isaa dhagaʼee abboomamutti akka gammadu, qalma gubamuu fi aarsaatti in gammadaa ree? Kunoo, abboomamuun aarsaa irra caala” jedha. (1 Saamuʼel 15:22) Qajeelonni barabaraaf Jannata keessa jiraatan, namoota akka Macaafni Qulqulluun jedhutti Waaqayyoof ajajamanidha.

  • Jannata
    Dammaqaa!—2013 | Amajjii
    • ‘Toloonni lafa in dhaalu; isarras barabaraan in jiraatu.’​—Faarfannaa 37:29, hiika bara 1899.

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi