LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Kitaabni Qulqulluun Michummaa Ilaalchisee Maal Jedha?
    Deebii Gaaffii Kitaaba Qulqulluu
    • Kitaabni Qulqulluun michummaa gaariin fedhii walfakkaatu qabaachuu qofa irratti hundaaʼuu akka hin qabne barsiisa. Fakkeenyaaf, Faarfannaan 119:63 “Ani warra sia sodaataniif, akkasumas, warra ajajawwan kee eegan hundumaatiif michuu dha” jedha. Barreessaan Kitaaba Qulqulluu kun michoota Waaqayyoon sodaatanii fi ulaagaalee isaa wajjin walsimanii jiraachuu barbaadan akka filate hubadhu.

  • Kitaabni Qulqulluun Michummaa Ilaalchisee Maal Jedha?
    Deebii Gaaffii Kitaaba Qulqulluu
    • a Yaanni naannoo faarfannaa kanaatti argamu jechi caqasa kana irratti “si” jedhu Waaqayyoon akka argisiisu ibsa.

  • Kitaabni Qulqulluun Michummaa Ilaalchisee Maal Jedha?
    Deebii Gaaffii Kitaaba Qulqulluu
    • Faarfannaa 119:63: “Ani warra si sodaataniif, akkasumas warra ajajawwan kee eegan hundumaatiif michuu dha.”

      Kana jechuun: Michoota Waaqayyoon waaqeffatanii fi akka ulaagaalee isaatti deddeebiʼan filachuu qabna.

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi