LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Cubbuuwwan Duʼa Geessisan Torba Jiruu?
    Deebii Gaaffii Kitaaba Qulqulluu
    • Kitaabni Qulqulluun wantoota Waaqayyo balfu torba ni tarreessaa mitii?

      Eeyyee, ni tarreessa. Kitaabni Qulqulluun Fakkeenya 6:16 irratti, “[Yihowaan] wantoota torba ni balfa” jedha. Haa taʼu malee, cubbuuwwan Fakkeenya 6:17-19 irratti tarreeffaman cubbuu hunda kan of keessatti qabatani dha jechuu miti. Kanaa mannaa, yaada, dubbii fi gocha dabalatee, akaakuu gochawwan dogoggoraa wajjin wal qabatan hunda bakka buʼan kan of keessatti qabate dha.b

  • Cubbuuwwan Duʼa Geessisan Torba Jiruu?
    Deebii Gaaffii Kitaaba Qulqulluu
    • b Fakkeenyi 6:16 dubbii dachaa Afaan Ibrootaa isa lammaffaa fi isa jalqabaa wal bira qabee ibsu qabateera. Ibsi akkasii Kitaaba Qulqulluu keessatti yeroo baayʼee itti hojjetama.—Iyyoob 5:19; Fakkeenya 30:15, 18, 21.

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi