LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Warra Waaqayyo Jaallatu Jaallachuu
    “Jaalala Waaqayyoo Keessatti Of Eegaa”
    • 2 Macaafni Qulqulluun dhugaa hin haalamne kana: “Namni ogeessaa wajjin adeemu, ogeessa in ta’a; [“hiriyaan,” hiika bara 1899] gowwootaa garuu in bada” jechuudhaan ibsa. (Fakkeenya 13:20) Fakkeenyi kun waa’ee namoota michoota cimaa hin taanee kan dubbatu miti. Jechi “wajjin adeemuu” jedhu michooma yeroo dheeraadhaaf itti fufu kan argisiisudha.a Barreeffamni Macaafa Qulqulluurratti yaada kennu tokko caqasa kan ilaalchisee: “Nama tokkoo wajjin adeemuun jaalalliifi qunnamtii cimaan jiraachuusaa argisiisa” jedheera. Yeroo baay’ee namoota jaallannu fakkaachuu kan barbaannu ta’uunsaa dhugaa mitii? Namoota jaallannuu wajjin hariiroo cimaa waan qabaannuuf gaarii ykn gadhee akka goonu nu taasisuu danda’u.

  • Warra Waaqayyo Jaallatu Jaallachuu
    “Jaalala Waaqayyoo Keessatti Of Eegaa”
    • a Jechi afaan Ibrootaa “hiriyaa” jedhame, “michoomuu” ykn “firoomuu” jedhamees hiikameera.—Abboota Firdii 14:20, hiika bara 1899; Fakkeenya 22:24.

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi