LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • “Qulqulluu! Qulqulluu! Qulqulluudha Yihowaan”
    Masaraa Eegumsaa—2012 | Amajjii 1
    • JECHA Yihowaa ibsu tokko filadhu utuu jedhamtee, jecha isa kam filatta turte? Isaayaas raajichi mulʼata Dh.K.D. jaarraa saddeettaffaatti arge tokkorratti, uumamawwan hafuuraa jecha amala addaa Yihowaan ittiin beekamu tokko, jechuunis qulqulluu jedhanii utuu isa faarsanii dhagaʼee ture. Wanti Isaayaas argeefi dhagaʼe, dinqisiifannaadhaan akka guutamnuufi caalaatti Yihowaatti akka dhihaannu nu gochuu qaba. Yeroo yaadawwan Isaayaas 6:1-3⁠rra jiran qorrutti bakka sana akka jirtan godhaa yaadaa.

  • “Qulqulluu! Qulqulluu! Qulqulluudha Yihowaan”
    Masaraa Eegumsaa—2012 | Amajjii 1
    • Achiis, Isaayaas mulʼata tarii namni kan biraa kamiyyuu argee hin beekne tokko ilaaluuf mirga argateera. Akkas jedhee barreesseera: “Suraafel isa [Yihowaa] gararraadhaan in dhaabatan; tokkon tokkon isaanii qoochoo jaʼa jaʼa qabu turan; qoochoo lama lamaan fuula isaanii, qoochoo lama lamaan miilla isaanii in golboobbatu, qoochoo lama lamaan immoo in balaliʼu turan.” (Lakkoofsa 2) Suraafeloonni uumamawwan hafuuraa aangoo guddaa qabanidha. Barreessaan Macaafa Qulqulluu waaʼeesaanii caqase Isaayaas qofadha. Suraafeloonni wanta Yihowaan akka isaan raawwatan barbaadu hunda gochuuf yeroo mara qophaaʼanii dhaabatu. Bakka inni jirutti Yihowaa tajaajiluuf mirga addaa argataniif ulfina guddaa qaban argisiisuuf jecha fuulasaaniifi miillasaanii golboobbatu.

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi