-
Yesus Eessaa Dhufe?Masaraa Eegumsaa—2011 | Adoolessa 1
-
-
Jaarraa hedduu dura bakka Yesus itti dhalatu ilaalchisee raajiin Macaafa Qulqulluu, “Ati immoo yaa mandara Betlihem-Efraataa, mandaroota Yihudaa warra gurguddoota keessaa ati ishee xinnoo dha; Israaʼelin kan moʼu tokko si keessaa anaaf in baʼa” jedhu dubbatamee ture.a (Miikiyaas 5:2) Betlihem mandara baayʼee xinnoo taʼuusheetiin kan kaʼe mandaroota Yihudaa keessatti hin galmeeffamne turte. Taʼus, mandarri xinnoon kun ulfina addaa argachuuf jetti. Masiihiin inni abdachiifame ykn Kiristos, Betlihemii dhufuuf jedha.—Maatewos 2:3-6; Yohannis 7:40-42.
-
-
Yesus Eessaa Dhufe?Masaraa Eegumsaa—2011 | Adoolessa 1
-
-
b Yihowaan maqaa Waaqayyoo Macaafa Qulqulluu keessatti ibsamedha. Macaafa Qulqulluu afaan Oromoo, Uumama 22:14rratti afaan Ibrootaatiin Yaahwee jedhameera. Hiikawwan kaanimmoo Yihowaa jedhu.
-