LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Baayʼee Gaddee Utuu Jiruu Kadhate
    Yesuus—Karaa, Dhugaa, Jireenya
    • Bakka namatti toluu fi mukkeen ejersaatiin marfamee jiru kana yommuu gaʼan, Yesuus ergamoota saddeet dhiisee deeme. “Hamma ani achi dhaqee kadhadhutti isin asuma taaʼaa” waan isaaniin jedheef, tarii balbaluma bakka ashaakiltii kanaatti hafanii taʼuu dandaʼa. Ergamoota sadii, jechuunis Pheexiros, Yaaqoobii fi Yohaannisiin fudhatee bakka ashaakiltii kana keessa fagaatee deeme. Bakka kanatti akka malee kan jeeqame siʼa taʼu, ergamoota sadaniin, “Ani hamma duʼaatti baayʼee gaddeera. Asuma turaatii anaa wajjin dammaqaa eegaa” jedhe.—Maatewos 26:36-38.

  • Baayʼee Gaddee Utuu Jiruu Kadhate
    Yesuus—Karaa, Dhugaa, Jireenya
    • Yesuus, namoonni warra Roomaatiin ajjeefaman garmalee yeroo dhiphatan samii irra taaʼee ni arga ture. Amma akka nama miira qabuu fi dhukkubbiin itti dhagaʼamu tokkootti, wanta isa irra gaʼuuf jedhu hawwiidhaan akka hin eegne beekamaa dha. Caalaatti kan isa dhiphise garuu akka yakkamaa hamaa tokkootti duʼuun isaa maqaa Abbaa isaa arrabsiisuu kan dandaʼu taʼuu isaa ti. Saʼaatii muraasa booda, Waaqayyoon arrabsiteetta jedhamee muka irratti fannifama.

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi