LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Tokkummaa Gumiitiif Gumaacha Godhi
    Bara Baraaf Gammachuudhaan Jiraadhu!—Kitaaba Qulqulluu Qoʼachuudhaan Fayyadami
    • 3. Kiristiyaana tokkoo wajjin walii galuu yoo dadhabde maal goota?

      Tokkummaa kan qabnu taʼus hundi keenya cubbuu kan dhaalle dha. Kanaaf, yeroo tokko tokko wal mufachiisuu ykn wal miidhuu illee ni dandeenya. Dubbiin Waaqayyoo, “Waliif dhiisuu keessan itti fufaa” erga jedhee booda sababii isaa yommuu ibsu, “Akkuma Yihowaan tola isiniif dhiise, isinis tola waliif dhiisaa” jedha. (Qolosaayis 3:13 dubbisi.) Yihowaan yeroo baayʼee kan isa gaddisiisne taʼus, dhiifama nuuf godheera. Kanaafuu, nutis obboloota keenyaaf dhiifama akka goonu nu irraa eega. Nama tokko akka miite yoo hubatte, dhimmicha furuuf dursa fudhadhu.—Maatewos 5:23, 24 dubbisi.b

  • Tokkummaa Gumiitiif Gumaacha Godhi
    Bara Baraaf Gammachuudhaan Jiraadhu!—Kitaaba Qulqulluu Qoʼachuudhaan Fayyadami
    • Yeroo tokko tokko warra kaan ni mufachiisna. Maarree haalli akkasii yommuu nu mudatu maal gochuu qabna? VIIDIYICHA taphachiisaa, achiis gaaffii armaan gadii irratti mariʼadhaa.

      VIIDIYOO: Nagaa Uumuun Eebba Argamsiisa (6:01)

      • Obboleettiin viidiyicha irratti ibsamte, nagaa uumuuf maal gooteetti?

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi