-
Macaafni Qulqulluun Poornoogiraafii Ni Balaaleffataa?Dammaqaa!—2013 | Ebla
-
-
“Namni ija hawwaatiin dubartii ilaale garaa isaatti isheetti ejjeera.”—Maatewos 5:28.
-
-
Macaafni Qulqulluun Poornoogiraafii Ni Balaaleffataa?Dammaqaa!—2013 | Ebla
-
-
Fakkeenyaaf, namni tokko hiriyaa gaaʼelaasaatiin ala ‘ija hawwaatiin dubartii ilaaluudhaan’ saalqunnamtii raawwachuuf hawwii guddaan keessasaatti akka uumamu gochuunsaa, ejja raawwachuutti akka isa geessu Macaafni Qulqulluun ni akeekkachiisa. Namni gaaʼela qabus taʼe qeentee taʼe poornoogiraafii ‘ilaaluunsaa’ fedhiin ejja raawwachuu keessasaatti akka uumamu waan godhuuf, akeekkachiisni Macaafa Qulqulluu kun isarratti raawwatama. Amalli akkasii Waaqayyoon akka hin gammachiisne ifadha.
-