LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Yohaannis Cuuphaan Daandicha Qopheesse
    Yesuus—Karaa, Dhugaa, Jireenya
    • Uffannaan Yohaannisis taʼe dubbiin isaa xiyyeeffannaa namaa kan harkisu dha. Huccuun isaa rifeensa gaalaa irraa kan hojjetame siʼa taʼu, teephaan mudhii isaa hidhata. Hawwaanisaa fi damma bosonaa nyaata. Ergaan isaa hoo maali dha? “Mootummaan samii waan dhihaateef, yaada geddaradhaa” kan jedhu dha.—Maatewos 3:2.

      Ergaan Yohaannis namoota hedduu isa dhagaʼuu dhufan kakaase. Hedduun isaanii yaada geddarachuun, jechuunis jireenyi isaanii kanaan duraa sirrii akka hin taane hubachuudhaan, ilaalcha fi akkaataa jireenyaa isaanii jijjiiruun akka isaan barbaachisu hubatan. Namoonni kun gara isaa kan dhufan, ‘Yerusaalem, Yihudaa hundaa fi biyya naannoo Yordaanos hunda’ keessaa ti. (Maatewos 3:5) Namoota gara Yohaannis dhufan keessaa hedduun yaada ni geddaratu. Innis bishaan Yordaanos keessa gad isaan liccisuudhaan isaan cuupha. Maaliif?

  • Yohaannis Cuuphaan Daandicha Qopheesse
    Yesuus—Karaa, Dhugaa, Jireenya
    • Kanaaf, Yohaannis, “Mootummaan samii waan dhihaateef, yaada geddaradhaa” jechuun isaa sirrii dha. (Maatewos 3:2) Ergaan kun Yesuus Kiristoos inni Yihowaan moosisu tajaajila isaa jalqabuuf akka jedhu namoonni akka beekan taasiseera.

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi