LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Kitaabni Qulqulluun Wal Faallessaa?
    Deebii Gaaffii Kitaaba Qulqulluu
    • Qabxii 5: Gochi tokko namni sun raawwachuu baatus akka waan inni raawwatetti ibsamuu dandaʼa

      Qifirnaahom keessatti gaaffii ajajaa dhibbaa tokkoo gara Yesuus kan fide eenyu? Maatewos 8:5, 6 ajajaan dhibbaa sun gara Yesuus dhufee ofuma isaatii akka isa gaafate ibsa, Luqaas 7:3 immoo ajajaan dhibbaa sun jaarsolii Yerusaalem ergee Yesuusiin akka gaafate ibsa. Yaadawwan kun lamaan kan wal faallessan fakkaatanis, adda durummaadhaan gaaffii isaa kan dhiheesse ajajaa dhibbaa sana akka taʼe, jaarsoliin Yerusaalem bakka isaa buʼanii Yesuusiin akka gaafataniif yommuu hubannu yaanni isaa ifa nuuf taʼa.

  • Kitaabni Qulqulluun Wal Faallessaa?
    Deebii Gaaffii Kitaaba Qulqulluu
    • a Fakkeenyaaf kitaabni Encyclopædia Britannica jedhamu, manni Taazyi Mahaal jedhamu “kan ijaarame Shaa Jaahaan isa bulchaa Muugaal taʼeen” akka taʼe dubbata. Haa taʼu malee, akkuma kitaabni sun itti aansuudhaan ibsetti “namoonni 20,000 ol taʼan waan qacaramanii” hojicha raawwataniif, kan ijaare isa miti.

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi