LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Macaafni Qulqulluun Hiika Addunyaa Haaraa Hiika Sirriidhaa?
    Dhugaa Baatota Yihowaa Ilaalchisee Gaaffiiwwan Yeroo Baayʼee Gaafataman
    • Yesus gaararratti yommuu barsiisu namoonni hedduun isa dhaggeeffachaa jiru

      Jechoota garaagaraatti fayyadamuu. Yeroo tokko tokko jechaa jechatti hiikuun ifa taʼuu dhiisuu ykn yaada dogoggoraa dabarsuu dandaʼa. Fakkeenyaaf, jechi Yesus dubbateefi Maatewos 5:3⁠rratti argamu, “Karaa hafuuraatti hiyyeessota warri taʼan eebbifamoo dha” jedhamee hiikameera. (English Standard Version; King James Version; New International Version) Namoonni hedduun yaada “karaa hafuuraatti hiyyeessota warri taʼan” jedhu kan hin hubanne siʼa taʼu, tokko tokkommoo Yesus faayidaa amala gad of deebisuu argisiisuun ykn hiyyeessa taʼuun qabu ibsaa jira jedhanii yaadu. Haataʼu malee, asirratti Yesus gammachuu dhugaan kan argamu qajeelfamni Waaqayyoo akka nu barbaachisu hubachuurraa akka taʼe dubbachaa ture. Macaafni Qulqulluun Hiika Addunyaa Haaraa, “Warri wantoonni hafuuraa akka isaan barbaachisan hubatan” jechuudhaan hiikeera.​—Maatewos 5:3.c

  • Macaafni Qulqulluun Hiika Addunyaa Haaraa Hiika Sirriidhaa?
    Dhugaa Baatota Yihowaa Ilaalchisee Gaaffiiwwan Yeroo Baayʼee Gaafataman
    • c Macaafni Qulqulluun Joon Bertiram Filiipsi jedhamus yaada Yesus dubbate “warri Waaqayyo akka isaan barbaachisu hubatan” jechuudhaan kan hiike siʼa taʼu, Macaafni Qulqulluun The Translator’s New Testament jedhamummoo “Warri wanti hafuuraa akka isaan barbaachisu beekan” jechuudhaan hiikeera.

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi