LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Yaadni Keessan Utuu Hin Hihhiramin Yihowaa Tajaajilaa
    Masaraa Eegumsaa—2015 | Onkoloolessa 15
    • ‘Maariyaam dubbii Yesus dhaggeeffachaa turte. Maartaan hojii mana keessaatti qabamtee turte.’—LUQ. 10:39, 40.

  • Yaadni Keessan Utuu Hin Hihhiramin Yihowaa Tajaajilaa
    Masaraa Eegumsaa—2015 | Onkoloolessa 15
    • 3, 4. Maariyaam “qooda gaarii” kan filatte akkamitti? Maartaan hoo maal barattee taʼuu dandaʼa? (Fakkii jalqaba irra jiru ilaali.)

      3 Maariyaamii fi Maartaan isa simachuun isaanii, Yesus dhugaawwan gati jabeessa taʼan akka isaan barsiisu isa kakaasee ture. Maariyaam carraa kanatti fayyadamtee wanta Barsiisaan Guddichi dubbatu dhaggeeffachaa turte; “miilla gooftichaa jala teessee, dubbii isaa dhaggeeffachaa turte.” Maartaanis akkas gochuu ni dandeessi turte. Yesus, Maartaan xiyyeeffannaadhaan isa dhaggeeffatteetti utuu taʼee akka ishee galateeffatu beekamaa dha.

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi