LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Haalli Namicha Sooressaa fi Alaazaar Ni Jijjiirame
    Yesuus—Karaa, Dhugaa, Jireenya
    • Namichi sooressi uffata bildiimaa uffate karaa foddaa yommuu ilaalu

      Yesuus akkana jedhe: “Namni sooressi uffata dhiilgee fi uffata quncee talbaa irraa hojjetame uffatu, akkasumas guyyaa guyyaadhaan jireenya qananii jiraatu tokko jira ture. Haa taʼu malee, kadhattuun Alaazaar jedhamuu fi guutummaan qaama isaa madaaʼe tokko yeroo hunda karra mana namichaa dura kaaʼama ture; innis wanta maaddii namicha sooressa sanaa irraa harcaʼu nyaatee quufuuf hawwa ture. Saroonni illee dhufanii madaa isaa arraabu turan.”—Luqaas 16:19-21.

  • Haalli Namicha Sooressaa fi Alaazaar Ni Jijjiirame
    Yesuus—Karaa, Dhugaa, Jireenya
    • Geggeessitoonni sooressa, akkasumas of tuultota taʼan kun warra hiyyeessotaa fi iddoo guddaa hin qabneef ilaalcha akkamii qabu? Of tuulummaadhaan “amhaareetis” ykn “namoota lafaa” jedhanii kan isaan waaman siʼa taʼu, Seericha kan hin beeknee fi barachuunis kan isaaniif hin malle akka taʼanitti isaan ilaalu. (Yohaannis 7:49) Kun haala ‘kadhattuu Alaazaar jedhamuu’ fi “wanta maaddii namicha sooressa sanaa irraa harcaʼu nyaatee quufuuf” hawwuu wajjin wal fakkaata. Akkuma Alaazaar isa guutummaan qaama isaa madaaʼee, namoonni iddoo guddaa hin qabne akka waan Waaqayyoon hin gammachiisnetti tuffatamu.

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi