LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Alaazaar Duʼaa Kaafame
    Yesuus—Karaa, Dhugaa, Jireenya
    • Qayyaafaan miseensota Saanhedriin irratti dhiibbaa gochuudhaan Yesuusiin ajjeesuuf akka karoorfatan godhe. Niqoodemos inni miseensa Saanhedriin taʼee fi Yesuusii wajjin walitti dhihaatu waaʼee karoora kanaa isatti ni himaa laata? Haalli isaa maal iyyuu yoo taʼe, Yesuus yeroo Waaqayyo murteesse dura akka hin duuneef, yeruma sana Yerusaalem keessaa iddoo ture sanaa deeme.

  • Namichi Dhukkuba Nadaayiitiin Qabame Galata Qabeessa Taʼuu Isaa Argisiise
    Yesuus—Karaa, Dhugaa, Jireenya
    • Yesuus gara magaalaa Efreem ishii naannoo kaaba baha Yerusaalemitti argamtu deeme; kunis karoora miseensonni Saanhedriin isa ajjeesuuf baafatan jalaa fashaleesse. Diinota isaa irraa fagaatee barattootaa wajjin bakka kana ture. (Yohaannis 11:54) Haa taʼu malee, Faasikaan Dh.K.B. bara 33 tti kabajamu waan dhihaateef, ammas deemsa isaa itti fufa. Kallattii kaabaatiin Samaariyaa qaxxaamuree gara Galiilaa deema; duʼa isaa dura bakka kana kan dhaqu yeroo xumuraatiifi dha.

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi