-
Mootichi Waaʼee Mootummichaa IbseMootummaan Waaqayyoo Bulchaa Jira!
-
-
3, 4. (a) Yesus waaʼee Mootummaa Waaqayyoo namoota amanamoo taʼan barsiisuusaa kan itti fufe akkamitti? (b) Boqonnaa kana keessatti waaʼee maalii ilaalla?
3 Yesus yaada Yohannis 16:12rratti argamu kan dubbate galgala dhuma jireenyasaa isa lafarraatti ture. Haataʼu malee erga duʼee booda, namoota amanamoo taʼan waaʼee Mootummaa Waaqayyoo barsiisuusaa kan itti fufe akkamitti? “Hafuurri dhugaa sun yommuu dhufu, gara dhugaa hundumaa keessatti isin in geessa” jechuudhaan ergamootasaatiif mirkaneesseera.a (Yoh. 16:13) Hafuura qulqulluu akka daawwachiisaa obsa qabeessa taʼe tokkootti ilaaluu dandeenya. Hafuurri kun karaa Yesus duuka buutonnisaa waaʼee Mootummaa Waaqayyoo wanta beekuu qaban yeroo beekuu qabanitti ittiin isaan barsiisudha.
-
-
Mootichi Waaʼee Mootummichaa IbseMootummaan Waaqayyoo Bulchaa Jira!
-
-
a Barreeffamni tokko, jechi afaan Giriikii “geggeessuu” jedhu caqasa kanarratti “karaa itti argisiisuu” jechuu akka taʼe ibseera.
-