LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • “Ani Gooftaa Argeera!”
    Fakkeenya Amantii Isaanii Hordofaa
    • Maariyaam dubartoota kaan dursitee iddoo awwaalichaa geessee taʼuu dandaʼa. Achiis rifattee dhaabbatte. Dhagichi kaafameera, awwaalichis duwwaa ture! Dubartiin wanta tokko gochuuf duubatti hin jenne tun, wanta argite Pheexirosii fi Yohaannisitti himuuf fiigdee deebite. Maariyaam harganaa, “Gooftaa awwaalcha keessaa fudhataniiru; eessa akka isa kaaʼanis hin beeknu” jechuudhaan yommuu dubbatu yaadaan ilaali! Pheexirosii fi Yohaannis dafanii gara iddoo awwaalichaa dhaqanii duwwaa taʼuu isaa erga mirkaneessanii booda gara mana isaaniitti deebiʼan.a—Yohaannis 20:1-10.

  • “Ani Gooftaa Argeera!”
    Fakkeenya Amantii Isaanii Hordofaa
    • a Maariyaam iddoo kanaa kan deemte maleekaan tokko Kiristoos duʼaa akka kaʼe dubartoota ishii wajjin turanitti himuu isaa dura akka ture haala isaa irraa hubachuun ni dandaʼama. Taʼuu baannaan garuu, Maariyaam maleekaa reeffi Yesuus maaliif akka bade dubbate sana arguu ishii Pheexirosii fi Yohaannisitti himtee taʼuu qaba.—Maatewos 28:2-4; Maarqos 16:1-8.

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi