LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • ‘Gammachuu fi Hafuura Qulqulluudhaan Guutaman’
    Waaʼee Mootummaa Waaqayyoo ‘Guutummaatti Dhugaa Baʼuu’
    • 2 Yesuus gara waggoota 14 dura duuka buutota isaatiin, “Yerusaalemitti, guutummaa Yihudaa fi Samaariyaatti, akkasumas hanga andaara lafaatti dhugaa baatota koo ni taatu” jedhee ture. (HoE. 1:8) Barnaabaasii fi Saaʼol misiyoonota taʼanii muudamuun isaanii raajiin Yesuus dubbate kun raawwii isaa akka argatu gumaacha godha!b

  • ‘Gammachuu fi Hafuura Qulqulluudhaan Guutaman’
    Waaʼee Mootummaa Waaqayyoo ‘Guutummaatti Dhugaa Baʼuu’
    • b Yeroo kanatti Anxokiyaa ishii kan Sooriyaa, magaalaa Yerusaalem irraa kallattii kaabaatiin kiilomeetira 550 fagaattee argamtu keessatti gumiiwwan ni argamu turan.

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi