LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Kitaabni Qulqulluun Ergaa Waaqayyo Nuuf Erge Dha
    Bara Baraaf Gammachuudhaan Jiraadhu!—Kitaaba Qulqulluu Qoʼachuudhaan Fayyadami
    • 6. Kitaaba nama hundumaaf taʼu

      Kitaabni Qulqulluun kitaaba hundumaa caalaa addunyaa irratti baayʼinaan hiikamee fi raabsame dha. Hojii Ergamootaa 10:34, 35 dubbisaa, achiis gaaffiiwwan kanneen irratti mariʼadhaa:

      • Waaqayyo Dubbiin isaa balʼinaan akka hiikamuu fi akka raabsamu kan barbaadu maaliifi?

      • Barumsa kana keessatti Kitaaba Qulqulluu ilaalchisee wanti baayʼee sitti tole maali dha?

      Namoonni sanyii fi lammii garaa garaa qaban afaan isaaniitiin Kitaaba Qulqulluu dubbisaa jiru.

      Uummata addunyaa keessaa namoonni gara harka

      100

      taʼan

      afaan hubachuu dandaʼaniin Kitaaba Qulqulluu argachuu dandaʼu

      Guutummaan isaa ykn gartokkoon isaa afaanota

      3,000

      oliin

      argama

      Kitaaba kan biraa kam iyyuu caalaa

      tilmaamaan koppiin

      5,000,000,000

      maxxanfameera

  • Tokkummaa Gumiitiif Gumaacha Godhi
    Bara Baraaf Gammachuudhaan Jiraadhu!—Kitaaba Qulqulluu Qoʼachuudhaan Fayyadami
    • 4. Jibba halaalaa irraa fagaadhu

      Obboloota keenya hundumaa jaallachuu barbaanna. Haa taʼu malee, nama nu irraa adda taʼe simachuun nutti ulfaachuu dandaʼa. Maarree gama kanaan maaltu nu gargaaruu dandaʼa? Hojii Ergamootaa 10:34, 35 dubbisaa, achiis gaaffiiwwan kanneen irratti mariʼadhaa:

      • Yihowaan namoota akaakuu hundumaa Dhugaa Baatota isaa godhee ni simata. Kun ilaalcha namoota si irraa adda taʼaniif qabdu irratti jijjiirama kan fidu akkamitti?

      • Jibba halaalaa naannoo keessanitti baramaa taʼe kam irraa fagaachuu barbaadda?

      Qorontos Lammaffaa 6:11-13 dubbisaa, achiis gaaffii kana irratti mariʼadhaa:

      • Obbolootaa fi obboleettota si irraa adda taʼanitti caalaatti dhihaachuu kan dandeessu akkamitti?

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi