LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Yohaannis Cuuphaan Daandicha Qopheesse
    Yesuus—Karaa, Dhugaa, Jireenya
    • Ergaan Yohaannis namoota hedduu isa dhagaʼuu dhufan kakaase. Hedduun isaanii yaada geddarachuun, jechuunis jireenyi isaanii kanaan duraa sirrii akka hin taane hubachuudhaan, ilaalcha fi akkaataa jireenyaa isaanii jijjiiruun akka isaan barbaachisu hubatan. Namoonni kun gara isaa kan dhufan, ‘Yerusaalem, Yihudaa hundaa fi biyya naannoo Yordaanos hunda’ keessaa ti. (Maatewos 3:5) Namoota gara Yohaannis dhufan keessaa hedduun yaada ni geddaratu. Innis bishaan Yordaanos keessa gad isaan liccisuudhaan isaan cuupha. Maaliif?

      Yihudoonni yaadan geddaratan cuuphamuudhaaf gara Yohaannis yommuu dhufan

      Namoonni kun cuuphamuun isaanii cubbuu Seera Waaqayyoo irratti raawwatan irraa garaadhaa yaada akka geddaratan argisiisa. (Hojii Ergamootaa 19:4) Ulaagaa cuuphaa kan guutan garuu hunda miti. Fariisonnii fi Saduuqonni warri geggeessitoota amantii taʼan gara isaa yeroo dhufanitti, Yohaannis, “Ijoollee buutii” isaaniin jedhe. Achiis akkana isaaniin jedhe: “Firii yaada geddarachuu keessan argisiisu godhadhaa. ‘Abbaan keenya Abrahaami’ jettanii hin yaadinaa. Ani isinitti nan hima, Waaqayyo dhagaawwan kana keessaa Abrahaamiif ijoollee kaasuu ni dandaʼa. Ammuma iyyuu qottoon hidda mukeetii muruuf qophaaʼeera. Kanaaf, mukti firii gaarii hin godhanne hundi muramee ibiddatti gatama.”—Maatewos 3:7-10.

  • Yohaannis Cuuphaan Daandicha Qopheesse
    Yesuus—Karaa, Dhugaa, Jireenya
    • Kanaaf, Yohaannis, “Mootummaan samii waan dhihaateef, yaada geddaradhaa” jechuun isaa sirrii dha. (Maatewos 3:2) Ergaan kun Yesuus Kiristoos inni Yihowaan moosisu tajaajila isaa jalqabuuf akka jedhu namoonni akka beekan taasiseera.

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi