LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • ‘Ani Dhiiga Nama Hundumaa Irraa Qulqulluudha’
    Waaʼee Mootummaa Waaqayyoo ‘Guutummaatti Dhugaa Baʼuu’
    • ‘Baayʼee Jajjabaatan’ (Hojii Ergamootaa 20:5-12)

      12, 13. (a) Yeroo Awuxikos duʼaa kaafametti gumichatti maaltu dhagaʼame? (b) Abdiin Kitaaba Qulqulluu yeroo harʼaatti namoota warra jaallatan duʼaan dhaban jajjabeessu isa kami?

      12 Phaawulosii fi michoonnisaa hamma Maqedooniyaatti waliin deemanii sana booda waan gargar baʼan fakkaata. Haallisaa akka argisiisutti booda Xiroʼaasitti deebiʼanii wal arganiiru.d Seenaansaa, “guyyaa shan keessatti Xiroʼaasitti isaan bira geenye” jedha.e (HoE. 20:6) Akkuma seensa boqonnaa kanaa irratti ibsame dargaggeessi Awuxikos jedhamu duʼaa kan kaafame bakka kanatti ture. Obboleessi isaanii Awuxikos yeroo duʼaa kaafametti obboloonni hammam gammadanii akka turan tilmaamuu dandeessaa? Seenaansaa ‘baayʼee akka jajjabaatan’ ibsa.—HoE. 20:12.

  • ‘Ani Dhiiga Nama Hundumaa Irraa Qulqulluudha’
    Waaʼee Mootummaa Waaqayyoo ‘Guutummaatti Dhugaa Baʼuu’
    • d Luqaas, Hojii Ergamootaa 20:5, 6​rratti of dabalee ibsuunsaa, Phaawulosirraa yeroo muraasaaf erga adda baʼee booda Filiphisiyusitti waliin imaluu akka jalqaban kan argisiisu taʼuu dandaʼa.—HoE. 16:10-17, 40.

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi