LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • ‘Ani Dhiiga Nama Hundumaa Irraa Qulqulluudha’
    Waaʼee Mootummaa Waaqayyoo ‘Guutummaatti Dhugaa Baʼuu’
    • Phaawulosii fi michoonnisaa doonii yaabbachaa jiru. Jaarsoliin Efesoon cimsanii isa hammatanii booʼaa jiru.

      “Hundi isaanii iyyuu akka malee booʼan.”—Hojii Ergamootaa 20:37

      22. Jaarsoliin gumii Efesoon Phaawulosiin kan jaallatan maaliifi?

      22 Phaawulos obbolootasaa garaadhaa jaallachuunsaa isaan biratti akka jaallatamu godheera. Kanaan kan kaʼes yeroo inni isaanirraa adda baʼuuf kaʼetti “hundi isaanii iyyuu akka malee booʼanii morma Phaawulositti maramanii isa dhungatan.” (HoE. 20:37, 38) Kiristiyaanonni obboloota akkuma Phaawulos hoolotaaf jecha fedhii isaanii aarsaa godhan baayʼee dinqisiifatu, akkasumas ni jaallatu. Fakkeenya Phaawulos erga qortee booda ‘dhiiga nama hundumaarraa qulqulluudha’ jechuudhaan yeroo dubbatu of tuulaa ykn arbeessaa akka hin jirre hin hubanne?—HoE. 20:26.

  • ‘Ani Dhiiga Nama Hundumaa Irraa Qulqulluudha’
    Waaʼee Mootummaa Waaqayyoo ‘Guutummaatti Dhugaa Baʼuu’
Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi