LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • “Jabaadhu!”
    Waaʼee Mootummaa Waaqayyoo ‘Guutummaatti Dhugaa Baʼuu’
    • 6. Dabni Phaawulosiin ajjeesuuf godhame kan beekame akkamitti? Dargaggoonni yeroo harʼaa jiran seenaa kanarraa barumsa akkamii argatu?

      6 Haataʼu malee, ilmi obboleettii Phaawulos daba kana dhagaʼee Phaawulositti hime. Phaawulosimmoo dhimmicha Qalaawudewos Liisiyaas isa ajajaa loltoota Roomaa taʼetti akka himu isatti hime. (HoE. 23:16-22) Yihowaan dargaggoota akkuma ilma obboleettii Phaawulos kanaa nageenya ofii isaaniirra nageenya saba Waaqayyoo ija jabinaan dursanii fi fedhii Mootummichaatiif dursa kennuuf amanamummaadhaan wanta isaaniif dandaʼamu hunda godhan ni jaallata.

  • “Jabaadhu!”
    Waaʼee Mootummaa Waaqayyoo ‘Guutummaatti Dhugaa Baʼuu’
Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi