LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • “Isin Keessaa Namni Tokko Illee hin Badu”
    Waaʼee Mootummaa Waaqayyoo ‘Guutummaatti Dhugaa Baʼuu’
    • 19 Phaawulos gargaarsa gochuu jalqabe. Qoraan funaanee ibiddatti naqe. Achiis, Buutiin qoraanicha keessaa baatee harka isaatti maramuudhaan isa hiddite. Yeroo kanatti namoonni Maaltaa kun adaba waaqolii akka taʼe isaanitti dhagaʼame.a

  • “Isin Keessaa Namni Tokko Illee hin Badu”
    Waaʼee Mootummaa Waaqayyoo ‘Guutummaatti Dhugaa Baʼuu’
    • a Namoonni kun gosa bofa kanaa adda baafachuu dandaʼuunsaanii yeroo sanatti bofti kun odoola sanarra akka ture argisiisa. Yeroo harʼaatti garuu buutiin Maaltaa keessa hin jiru. Garaagarummaan kun jiraachuu kan dandaʼe waggoota hedduu booda naannoon kun waan jijjiirameef taʼuu dandaʼa. Tariimmoo, namoonni odoola kanarratti baayʼachuun isaanii buutiin kun akka badu godhee taʼuu dandaʼa.

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi