LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Siʼool Dhugumaan Jiraa? Akka Kitaaba Qulqulluutti Siʼool Maali Dha?
    Deebii Gaaffii Kitaaba Qulqulluu
      • Waaqayyo duuti iddoo cubbamoonni ibidda qilee keessatti itti adabaman akka taʼe hin ibsu. Adabni nama seera Waaqayyo cabsuuf kennamu duʼa akka taʼe Waaqayyo Addaam isa nama jalqabaa taʼetti himeera. (Uumama 2:17) Yeroo kanatti Waaqayyo waaʼee siʼool keessatti bara baraaf gubachuu wanta tokko illee hin dubbanne. Achiis booda yommuu Addaam cubbuu hojjetu, adabni isaaf kennamu maal akka taʼe isatti himeera. “Ati biyyoo waan taateef biyyootti ni deebita” isaan jedhe. (Uumama 3:19) Addaam jiraachuu dhaaba. Waaqayyo Addaamiin gara ibidda siʼoolitti ergeera utuu taʼee, as irratti ni eera ture. Waaqayyo adaba namoota seera isaa cabsaniif kennamu irratti jijjiirama hin goone. Addaam erga cubbuu hojjetee yeroo dheeraa booda, Waaqayyo barreessaan Kitaaba Qulqulluu tokko geggeessaa hafuuraatiin, “Mindaan cubbuun kaffalu duʼa dha” jedhee akka barreessu isa kakaaseera. (Roomaa 6:23) ‘Namni duʼe cubbuu isaa irraa bilisa waan baʼuuf’ adabni dabalataa isa hin barbaachisu.—Roomaa 6:7.

  • Siʼool Dhugumaan Jiraa? Akka Kitaaba Qulqulluutti Siʼool Maali Dha?
    Deebii Gaaffii Kitaaba Qulqulluu
    • Roomaa 6:23: “Mindaan cubbuun kaffalu duʼa dha.”

      Hiika isaa: Adabni cubbuuf kennamu duʼa malee siʼool keessatti gubachuu miti.

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi