-
Yaadawwan Ijoo Macaafa Galaatiyaa, Efesoon, Filiphisiiyusiifi QolosaayisMasaraa Eegumsaa—2008 | Hagayya 15
-
-
6:2—“Seera Kiristos” kan jedhame maalidha? Seerri kun, wantoota Yesus barsiiseefi ajaje hunda kan qabatedha. Keessumaammoo ajaja ‘akka wal jaallannu’ nuu kenne ni dabalata.—Yoh. 13:34.
-